Media Ko is a platform for high quality content in Oromo entertainment, lifestyle, news and stories purposed to entertain, educate and inspire.
Hiwot summarizes the major news topics of the week from Oromia.
Waa ilaallee, Waa hubannee, Waa gaafannee, Waa xiinxallee, Waa dhimminee....bifa sagantaadhaan qopheessinee kan isinii dhiheessinu.
Waa ilaallee, Waa hubannee, Waa gaafannee, Waa xiinxallee, Waa dhimminee....bifa sagantaadhaan qopheessinee kan isinii dhiheessinu.
Oduu tibbanaa taatewwan dhugaa Oromiyaa keessatti ta’anii fi Oduu ijoo guyyaa guyyaatti Media Ko dhaan kan dhiyaatu.

Lolaan laga Awaash naannoo Oromiyaa fi Affaar keessaa namoota 92,000 buqqise
Obbo Dajanee Xaafaa keeyyata du'a yookaan hidhaa umurii guutuu adabsiisuun himataman
Boordiin filannoo biyyaalessaa himata ABOn dhiyeesseef ibsa qaama poolisii gaafate.
Qopheessaan: Oroliyana Daniel dhaabbata prodaakshinii Oro waliin.
Miseensonni ABO 16 mana murtiitti dhihaatan.
"Ajjeechaawwan akka kan Hacaaluu addunyaa irratti lola gurguddaa hordofsiisuu seenaatu ragaadha."Obbo Baqqalaa Garbaa
Oromoommi UK jiraatan Imbaasii Itoophiyaa hojii dhaabsisan.
"Sababa nuti mana murtii dhaabbannuuf yakka qabaannee miti."Obbo Baqqalaa Garbaa
Profeessar Mararaa Guddinaa dubbii jabduu dubbatan.
Sagantaan kun kan waraabame gaafa guyyaa dubartoota adduunyaa Bitootessa 8, 2020 - March 8 - irratti dha.
Naannoo Oromiyaatti mootummaan ammas uummata dararaa jira jedhame.
Keemikaala hin beekmaneen du'uukoorra rasaasaan tumaamee du'uu naaf wayya. " Jawaar Mohaammad
Humni waraana mootummaa Oromiyaatti namoota hedduu ajjeese.
Oduu Media Ko: Oduu tibbanaa taatewwan dhugaa Oromiyaa keessatti ta’anii fi Oduu ijoo guyyaa guyyaatti Media Ko dhaan kan dhiyaatu.
Qopheessaan: Oroliyana Daniel dhaabbata prodaakshinii Oro waliin.
Jawaar Mohaammad mana hidhaa keessatti dhukkubsate.
Loojiin Dibaabee magaalaa Sabbataatti kan argamu. Sabbatnimmoo magartuu waan taatee fi balbala Finfinnee irratti waan argamtuuf bashannanaaf filatamtuu dha. Agarsiisni Jooraas Loojii Sabbatatti argamu kana waliin isin barsiisa. Nuu dhaggeeffadhaa!
Obbo Lammaa Magarsaa Manatti hidhamuun mirkanaa'e.
Oduu tibbanaa taatewwan dhugaa Oromiyaa keessatti ta’anii fi Oduu ijoo guyyaa guyyaatti Media Ko dhaan kan dhiyaatu.
Oduu tibbanaa taatewwan dhugaa Oromiyaa keessatti ta’anii fi Oduu ijoo guyyaa guyyaatti Media Ko dhaan kan dhiyaatu.
Oduu tibbanaa taatewwan dhugaa Oromiyaa keessatti ta’anii fi Oduu ijoo guyyaa guyyaatti Media Ko dhaan kan dhiyaatu.
Qopheessaan: Oroliyana Daniel dhaabbata prodaakshinii Oro waliin.
Oduu tibbanaa taatewwan dhugaa Oromiyaa keessatti ta’anii fi Oduu ijoo guyyaa guyyaatti Media Ko dhaan kan dhiyaatu.
Oduu tibbanaa taatewwan dhugaa Oromiyaa keessatti ta’anii fi Oduu ijoo guyyaa guyyaatti Media Ko dhaan kan dhiyaatu.
Mootii Abeltiin iccitii jireenyaa, karaa adeemanii galma ittiin ga'an, akka hubatetti dargagootaaf hira.
Agarsiisa Jooraa kutaa 1ffaa irratti Mana Bunaa Maashoo (Maashoo Coffee) Finfinneetti argamu deemnee daaw'anne. Abbaa qabeenyaa Maashoo Obbo Gizaachew Toleeraa wajjiinis gadi teenyee waa'ee carraa fi qormaata dinagdee Oromoon wal qabatee jiru mari'anneerra. Akka daaw'attan isin affeerra!
Soreti narrates how meeting strangers on her way to and at Little River in Johannesburg, South Africa changed her inner perspective, the way she saw her surroundings and even the world.
Haacaaluu Hundeessaa was an iconic Oromo musician and activist. He was a creative, intellectual and cultural asset to 40 million+ Oromo people. His assassination transformed the consciousness of Oromo's everywhere, in the very same way that his life did. This short documentary was created to pay tribute to the storyteller and people's champion Haacaaluu was, and to reflect on the legacy that he has left behind.
Media Ko is a platform for a high quality content in Oromo entertainment, lifestyle, news and stories.