Oromo Youth Movement

Follow Oromo Youth Movement
Share on
Copy link to clipboard

And you will know the truth, and the truth will set you free.

Oromo Voice of Youth


    • Jun 14, 2021 LATEST EPISODE
    • infrequent NEW EPISODES
    • 5m AVG DURATION
    • 7 EPISODES


    Search for episodes from Oromo Youth Movement with a specific topic:

    Latest episodes from Oromo Youth Movement

    “GALFATA ABBAA GAMMACHIIS HAABARAARRU!” Torban Onesimos Nesib June 13-21, 2021

    Play Episode Listen Later Jun 14, 2021 7:14


    Gargaarsa keessan karaa gara garaa gumaachuu dandeessu: Marsariitii WMQO: www.oromobiblesociety.org seenaatii bakka «Get involved” jedhu xuqaa!

    Sareen guddifattan ollaatti isin jelaa galtee beektii?

    Play Episode Listen Later Jun 12, 2021 3:31


    Sareen guddifattan ollaatti isin jelaa galtee beektii? Dur saree muraasa qabna turre. Isaan keessaa tokko maqaansaa "Maaftuquu" kan jedhamutu ture. Harkumaan isa guddifneetu, ollaaf laanne. Ollaatu somba guyyuma lamaan tokko kenninaaniif haratee achitti gale. Akkuma cira nun beeknee ta'uutti ka'e. Keenya, mana keenyatti guddate. Garuu, ollaadhaaf qalamee fi jaljeessa midhaanirraa eega. Halkanimmoo, eenyuun haa ta'u, numa warra isa guddises dabalatee, yoo nuti karaa ollaa sana dabarre, isaaniif duta; saruma guddifnetu sombaaf jedhee nutti duta. Jerri maqaasaallee hin geeddarre. Gaafa nuti waamnu, yoo baay'ate eegeema raasee dhiisa. Somba bare. Ormoo silaa ormaa, gaaf tokko akka yeroo jalqabaa ta'uufii didee huuqqachuutti ka'e. Baajati sobaa, kan sombaa sun akka durii ta'uu dide. Silaa sareen qaanii maalitti beektii mitii, lolloqaa dhufe. Balbalaa gaafa aabbaan banee gadi bahu, eegee lus godhee, mataa gad qabatee miila jela ciise. "Waa jiraa haa nyaatuu; deebi'ee dhufee Maaftuquun?" jedhe. Aayyoonimmoo, "nuti somba irraa hafaas soba guyyaa saafaas hin qabnu. Lafuma turetti haa deebi'u" jettee utuu afaanii hin fixin immoo, garaan haadhaa laafaadha, maxinooma qabnu tokko itti darbatte. Sallaq godhee, quuffatee, xiqqoommoo turee ollaatti deebi'e. Ollaan, eessa turte jedhanii of biraa kollolleessanii ari'an. Ittuu garaa itti jabaachuutti ka'an. Akka duraanii maaltu isa amanaree... Eessa dhaqaree, ammas qaanii malee deebi'ee dhufe. Waanuma argate nyaatee, utuu olii gadi labuu, utuu ganda keessa luffisuu, gaaf tokko afaan waraabessaa bu'e. Maaftuquun akka maqaa hin taane; irbaata furdaa barbaachatu irbaata furdaa waraabessaa ta'e. Galgalli namaa akka galgala saree keenya Maaftuquu hin ta'in...

    Marsaan Hawaasummaa akkamiin Jireenya dhuunfaa keenyaa Miidha?

    Play Episode Listen Later May 27, 2021 5:42


    Kutaa 1 by Abdi Fixe

    CAL JEDHII dhaggeeffadhu

    Play Episode Listen Later May 7, 2021 4:57


    #CAL #JEDHII #dhaggeeffadhu Dubbattee madaatti,madaa dabaluurra cal jechuu filadhu.dubbattee diiguu keerra cal jechuun keeyyuu ijaarsadha.sababnisaa afaankee homaa waa ijaaaruu hin beeku yoo ta'ee diigeetu dhoqqeen maka.afaanni ijaaruu hin barre sun diiguuf karaa hin dhabu.kanaaf dubbattee diiguurra cal jettee ijaaruutu filatamaadha. Kana tilmaamtee ykn yaada keetti qabattee beektaa!

    Oolmaa Oromiyaa Hagayya Bultii 19,2020

    Play Episode Listen Later Aug 20, 2020 7:11


    Hagayya Bultii 19,2020

    Dirrib Tasammaan

    Play Episode Listen Later Jul 21, 2020 5:41


    Orom Durii

    We are the next level of Oromo movement

    Play Episode Listen Later Jul 14, 2020 5:32


    Voce for voiceless and justice for all

    Claim Oromo Youth Movement

    In order to claim this podcast we'll send an email to with a verification link. Simply click the link and you will be able to edit tags, request a refresh, and other features to take control of your podcast page!

    Claim Cancel