Kuunii sagalee abbaa alangaa godina jimmaa kan tora interneetii irrattii tamsaafamuudhaa. Tamsaasa fm WAAGJ kallaattidhaan hordoofuuf linkii www.mhaagj.org jedhuu fayyadamuu ykn Google jalattii Jimmaa Attorney FM jechuun search goochun Sagalee Abbaa Alang
akkuma bekkamuu waajjirrii abbaa alangaa godina jimmaa dhaqabamummaa seeraa mirkanessuufii hawaasa kenyaaf huvannoo seeraa umuudhaaf hojii daran ol'aanaa ta'e hojjechaa jiraachuu Kenya ragaan innii hangafaa isin dhaggeffattootni sagalee fm waajjira abbaa alangaa godina jimmaa ta'u kessan mamii waan qabuu miitii. hordooftoota fm waagj har'a dhagettanif sagaleen fm waajjira abbaa alangaa godina jimmaa websaayiti ofiselawaa wajjira abbaa aangaa godina jimmaa dabalatee dhaabbilee tajaajila fm kennun akka adunyaattii sadarkaa 1ffaa hanga 20 jiran hunda irrattii kan tamsaafamuu ta'u isin beeksiisna. haaluma kanaan tamsaasa Kenya hundumaa Dhaabbilee beebbekamoo kan akk fm apple podcast, itunesn spotify, amazon, radio public, google podcast fi kkf jalattii nu argachu kan dandessan yommuu ta'u tamsaasa Kenya dhageffachuuf waagj fm ykn jimmaa attorney fm jechuun google gochuu qofaadhaa. sana booda tamsaasni Kenya waebsaayiti wajjira kenyaa dabalatee marsaritiilee 20 caalan jalattii isini waan dhufuuf akka feedhii kessanii filachun tamsaasa Kenya dhageffachaa hubannoo kessan gabifachuu dandessuu yommuu isinin jeennuu qophilee Kenya haala nama boharsiisuun qindessinee waan isini genyuufii. visit Sagalee FM Waajjira AA Godina Jimmaa. Jiimma Zone Attorney FM Podcasting Site https://waagjfm.mhaagj.org/ dhaggeffattoota Kenya wa'e fm waagj hangana yoo isin jeennee gara ijoo sagantaa Kenya har'a isinif ibsuuttii sienna. haaluma kanaan sagantaa Kenya isa har'atin qophi hubannoo seeraa walta'insa Abbaa alangaa waligala federaalaafii faanaa prodcasting corporate deggarsa maallaaqaa USAID itiyophiyaattii justice activitytin dhihaatuu kessaa sagantaa ijoo kenninsa tajaajila abukaatummaa irrattiifii labsi seera bulchinsa federaalaa dhihenyattii bahee ilaalchisee sagantaa qophaa'ee isinin geenya jecha sirba haaraa andualam goosaa Gumgumee jedhuu kana isin affeerree kallattiidhaan qophaa'ee isinin genya nu wajjin turaa jechaa --- Send in a voice message: https://anchor.fm/waagj/message
Qophessan sagantaa kanaa obboo mulugeetaa megersaa godina jimmaa aanaa coraa botor irraayii. --- Send in a voice message: https://anchor.fm/waagj/message
qophii har'aatin dhimma murtii dhaddacha ijibbaataa Federaalaa galmee Lakk 16816 ta'e irrattii taasifamee. Seera Yakkaa bara 1996 bahee kewwata 555 fi 556 bu'uura seera yakkaa biyya keenyaa jalatti kaa'ameen maal fakkaata jedhu irratti kan qophaa'ee yoo ta'u gaaffileen qophii kanaan hubannoo umuuf yaalamus ; · Maalummaan miidhaa qaamaa cimaa fi salphaa itti yaadamee raawwatamuu seera yakkaa keenya jalatti haala kamiin ibsama.? · Dhimma Namni yakki miidhaa qaamaa irratti raawwatamee lafeen isaa cabee fi cabuun isaas mana yaalaan mirkanaa'e ragaan mana yaalaa dhiyaate, kan kufuu qabu S/Y RDFI kwt 555(c) jalatti moo 556(1) jalatti ?miidhaa qaamaa cimaaa 555(c) jalatti himata banuuf yakkichi meeshaan raawwatamuu fi haala biraan raawwatamuun ulaagaa dha ? kan jedhu dha. · Garaagarummaan kwt seera yakkaa 555 fi 556(1),556(2)a,b fi c maali ? Dhimmota jedham irrattii hubannoo isinif kennina. tamsaasa fm waajjira abbaa alangaa godina jimmaa dhaggeffachuuf 1. websaayiitii waajjira abbaa alangaa godina jiimmaa 2. Apple podcast f 3. Itune 4. BBC podcast 5. Google podcast fayyadamuun 6. Marsaririlee podcast ittii tamsaafaman kan biroo fayyadamuun tamsaas kenya dhaggeffachuuf (jimmaa attorney fm jechuun google yoo gootan ykn fm mhaagj jechuun seatch yoo gootan tamsaasa kenya marsariitiilee 15 ol jiran jalatti ni argattuu.) Walin taanee hojimaataa waajjira kenyaa qaroomsuun dhaqqabamummaa kenya haa mirkanessiinuu jechaa hundii kessanuu ergaa kana fula facebook telegraamaa fi kkf irrattii sher gochuun tamsaasnii kenya nama hedduu biraan akka geettan isinif dhaamna Hasen Mh Hassen Abbas Alangaa Godina Jimmaa. Jimmaa Oromia --- Send in a voice message: https://anchor.fm/waagj/message
Qophii Har'aatin Hubannoo seeraa isin argattan maalii? qophii kana dhageffattanii gaafa xumurtan Ü Himannaa sirna gabaabaadhaan dhiyaatu irratti ragaa ittisaa dhiyeessun kan danda'amu bu'ura keewwata 286 tin mana murtiitin yoo eeyyamamee ta'u isaa ni hubattan hubattan. Ü Ragaa ittisaa dhiyeeffachuuf adeemsi jiru maal akka ta'e ni bartanii? Ü Ragaa ittisaa dhiyeeffachuuf ulaagaawwan barbaachisan maal fa'a ? Ü Himatamaan waraqaan waamichaa yeroo qaqqabu kallattiidhumaan raga ittisaa dhiyeeffata moo? miti? gaafii jeedhuuf hubannoo gadii fagaataa ta'e waan argattannif qophii kana hangaa xumuraattii dhaggefadhaa jechaa qophii kana jidduu jiddudhaan sirbbota boharti isinif uman akkanattii qindessinee isiniin genya. Nu Wajjin Tuuraa. tamsaasa fm waajjira abbaa alangaa godina jimmaa dhaggeffachuuf 1. websaayiitii waajjira abbaa alangaa godina jiimmaa 2. Apple podcast f 3. Itune 4. BBC podcast 5. Google podcast fayyadamuun 6. Marsaririlee podcast ittii tamsaafaman kan biroo fayyadamuun tamsaas kenya dhaggeffachuuf (jimmaa attorney fm jechuun google yoo gootan ykn fm mhaagj jechuun seatch yoo gootan tamsaasa kenya marsariitiilee 15 ol jiran jalatti ni argattuu.) Walin taanee hojimaataa waajjira kenyaa qaroomsuun dhaqqabamummaa kenya haa mirkanessiinuu jechaa hundii kessanuu ergaa kana fula facebook telegraamaa fi kkf irrattii sher gochuun tamsaasnii kenya nama hedduu biraan akka geettan isinif dhaamna Hasen Mh Hassen Abbas Alangaa Godina Jimmaa. Jimmaa Oromia --- Send in a voice message: https://anchor.fm/waagj/message
የፌዴራል ፍርድ ቤቶች ስተዳደሩ የነበሩ በአ/ቁ 25/96 የነበረው ሲሆን ይህንን አዋጅ በማሻሻል አዲሱ አዋጅ በሥራ ላይ ውሏል። የፌደራል ፍርድ ቤቶች አዋጅ 1234/2013 በፌደራል ጠቅላይ ፍርድ ቤት ስር የተቋቋመ 15 ከፍተኛ የሕግ ባለሙያዎችን በአባልነት ያካተተ የዳኝነት ሥርዓት አማካሪ ጉባኤ ረቂቁ ተዘጋጅቶ በፌደራል ፍርድ ቤቶች አመራሮች፣ በሕግ ባለሙያዎች እና በሕዝብ ተሳትፎ ዳብሮ ከሁለት አመታት ቆይታ በኋላ ጥር 13 ቀን/ 2013 ዓ.ም በሕዝብ ተወካዮች ምክር ቤት ጸድቋል። ይህ አዲሱ የፌደራል ፍርድ ቤቶች አዋጅ 1234/2013 ከነባሩ የፌደራል ፍርድ ቤቶች አዋጅ ቁጥር 25/88 እና ይህን አዋጅ ካሻሻሉት ሌሎች አዋጆች ቁጥራቸው 138/1991፣ 254/1993፣ 321/1995 እና 454/1997 ከሆኑት አዋጆች ምን የተለየ አዲስ ነገር ይዞ መጥቷል? እንዲሁም ለአዳዲሶቹ ሕጎች መነሻ ዋና ዋና ምክንያቶቹስ ምን ምን ናቸዉ የሚለዉን በወፍ በረር እንመልከት። --- Send in a voice message: https://anchor.fm/waagj/message
Akka garee komnikeeshini mana hojii abbaa alangaa godina jimmaatti fm tora internetii irrattii tamsaafamuu banuun kenya galmiifi kayyoon isaa maalii --- Send in a voice message: https://anchor.fm/waagj/message
Habeas Corpus (Qaama Bilisa Baasuu) Seensa Uumama waan hundaa ta'eet jalqaba irraa ka'ee hanga sadarkaa dhummaa qaqqabbutti sadarkaawwan adda addaa keessa darbuun isaa dirqama ta'a.Sadarkaawwan adda addaa keessa yommuu darbu immoo waantoota baay'ee fooyyeessaa itti dabalaa irraa hir'isaa bakka galma isaa gaha jechuudha. Akkuma dhimmoota biroo adeemsi armaan oliitti taa'e seeraafis kan tajaajilu ta'a.Sababa kanaatin seerotni adda addaa yeroo adda addaa dhimmoota garaagaraa irratti yommuu fooyya'anii bahan arguun qofti raga gahaadha.Waa'een seeraa yommuu ka'u yeroo hunda kan wajjin ka'u waa'ee mirgaati.Kana jechuun hanguma guddini seeraa dabalaa deemu kabajamuun mirga namaas wajjin guddachaa deema. Akka idila addunyaatti guddina seeraatif ta'ee mirga namoomaatif sanadootni gumaacha guddaa gumaachan baay'ee ta'anus akka lakkoofsa Awurooppaatti bara 1215 biyya Ingiliiziitti kan bahe Maagnaa Kaartaa,Bara 1789 Sanada Mirgootaa Ameerikaa,Diklaareshinii Mirga namoomaa Faransaay bara 1789 akkasumas Konveenshiniin Jeneevaa bara 1864 bahan warra adda durummaadhaan caqasamaniidha.Sanadootni kun egaa guddina seeraatiifis ta'ee mirga namoomaatif dhagaa bu'uraati jechuun ni danda'ama. Mirgi namoomaa mirga heeraan eegumsi taasifameefidha.Mirgi kun immoo daangaa seeraa taa'een alatti sarbamuus ta'ee mulqamuu hin danda'u.Haa ta'u malee darbee darbee mirgootni kun yeroo seeraan ala sarbaman ni mul'ata.Kunis seeraan ala qabamuun,Seeraan ala hidhamuun akkasumas seeraan ala bakkaa bakkatti socho'uu dhoorkamuudhan.Yeroo kanatti egaa furmaata seerri kaa'e keessaa tokko qaama bilisa baasuu(Habeas Corpus) dha.Kanaaf barreeffama kana keessatti yaadrimee isaa,seenaa dhufaati fi muuxannoowwan biyyoota biro kan ilaalaman ta'a. --- Send in a voice message: https://anchor.fm/waagj/message
wa'ee tamboo ilaalchisee seerrii mal jeedhaa. sagantaa abbaa alangaa aanaa cooraa bootoor obboo mulugeetadhaan qophaa'ee. www.mhaagj.org seensa Tamboo xuuxuun nama xuuxu irrattis haa ta'uu bakka namoonnii baay'een argamanitti xuuxuun rakkoo fayyaa kan qaqqabsiisu ta'uu odeffannoon madda adda addaa irraa argamuu ni mul'isa(muldhisa).Kana qofaa osoo hin taanee waraqaawwan tamboon itti samsamamu irratti barreeffamni tamboon du'aaf nama saaxilaa, tamboon dhibeewwan kaansariinama qabsiisa jedhu barreeffames kan argamuu yommuu ta'ukun miidhaa tamboon qaqqabsiisuu kan akeekuudha. Qorannoo Dhaabbani Fayyaa Addunyaa (WHO) yeroo adda addaa taasisuu irratti akka mul'isutti(muldhisutti) namonni miiliyoona 8 tti tilmaamaman sababa tambootiin akka guutuu addunyaatti kan du'an yommuu ta'u kana keessaa namootni miliyoonni 1.2 ta'an namoota hin xuuxnedha.Akkasumas gama diinagdeetin immoo Doolaara Ameerikaa Biiliyoona 500 tilmaamamu miidhaa qaqqabsiisaa jira.Bu'uura qorannoo kanaatiin rakkinootni kun kan uumaman biyyoota guddatanitti ta'us yeroo ammaa garuu sababa adda addatiin biyyoota hin guddanneettis rakkoon kun kan babaldhachaa(babal'achaa) jirudha.Rakkinni kun babal'achuu irraan kan ka'e hawaasni addunyaa tamboo to'achuu irratti ejjannoo walfakkaata akka qabatan tasisee jira. Yeroo Jalqabatif A.L.Awuropaa bara 2003 Dhabbanii Fayyaa Addunyaa(WHO) tooftaawwan tamboo to'achuuf dandeessisuufi biyyoota miseensa ta'an dirqama irra kaa'u yookiin sanada waligalee tamboo to'achuuf bahee mirkaneesse.Haa ta'u malee waliigaltee kana hojiirra oolchuf mariin kan jalqabame bara 1995 ture.Seenaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii kaassatti konvenshiniin kun konveenshinii yeroo gabaaba keessatti hojii irra ooledha. Biyyi keenyaa Itioophiyaan Guraandhala 25 bara 2004 waligalticha mallatteessiterti .kana buu'uura godhachuudhaan labsiin lakk. 661/2001 kan bahee ta'uus booda irra garuu labsiin Lakk. 1112/2011 bahuu danda'eera. kana qofa osoo hin taanee labsii 661 irratti hundaa'uun Manni marii ministeerotaa dambii lakk. 229/2007 baasuudhaan hojii irra ooluu danda'eeraa. --- Send in a voice message: https://anchor.fm/waagj/message
Tamsaasa kanaan seera gidaansaa walin wal qabatee barruu xinxala obboo anwaar ahmed abbaa alangaa gidina jimmaatiin kan qophaa'ee kan isiniif dhihaatuudhaa. MHAAGJ --- Send in a voice message: https://anchor.fm/waagj/message
Tamsaasa kanaan barumsa hubannoo seeraa seera godaansaa irrattii abbaa alangaa godina jimmaa obboo Anwar ahmedin qophaa'ee isinin genyaa nu wajjin turaa --- Send in a voice message: https://anchor.fm/waagj/message
Tamsaasa kenya har'aan oduu olmaa dhadachaa irrattii dhihataee. --- Send in a voice message: https://anchor.fm/waagj/message
Tamsaasa kenya kanaan wa'ee araaxaa ilaalchisee seerrii maal akka jeedhuu wal hubachifnaa. --- Send in a voice message: https://anchor.fm/waagj/message
Nuho gobana yagalana jiruu --- Send in a voice message: https://anchor.fm/waagj/message
Leenjii hubannoo seeraa seera yakkaaa mfdri seensa isaa irrattii fm mhaagj irrattii hordofaa. We strive toninsure justice. --- Send in a voice message: https://anchor.fm/waagj/message
Hubannoo seeraa interneetiidhan keennuun bu'a qabaa? Galma akka wajjiraatifii akka abbaa alangaattii dirqama hubannoo seeraa keennuu nuurraa jiruu galmaan nu geessisaa? sagalee tamsaasa kana dhaggeffadhaa --- Send in a voice message: https://anchor.fm/waagj/message
Obboo Sisay eddessaa turtii gabaaba jimmaa fana fm dukaa --- Send in a voice message: https://anchor.fm/waagj/message
--- Send in a voice message: https://anchor.fm/waagj/message
Mhaagjttii platformii fm kallattii websaayti mhaagjtin tamsaasuu jalqabnuu ilaalaa --- Send in a voice message: https://anchor.fm/waagj/message
Gareen komniikeeshiinii manaa hojii AA God Jimmaa kallattii kanaanis dhuufaa jira kun tamsaasa yaaliitii. --- Send in a voice message: https://anchor.fm/waagj/message