Podcasts about jaal

  • 23PODCASTS
  • 45EPISODES
  • 1h 6mAVG DURATION
  • 1EPISODE EVERY OTHER WEEK
  • Jul 9, 2024LATEST

POPULARITY

20172018201920202021202220232024


Best podcasts about jaal

Latest podcast episodes about jaal

Life & Management Tips
Shaitan ka Jaal । M.S. Ardor

Life & Management Tips

Play Episode Listen Later Jul 9, 2024 9:55


#Romance #truelove #SensationalLoveStory #SelfLove #MSArdor #Life #Novel #romantic_novel #CrimeThriller #Thriller #RomanticLoveStory #Love #true_love_poetry #love_story #BlissfulLife #Relationship #selflove #horror #suspense #HORRORSTORY #Happylife #ToBecomeSuccessful #Lifemanagement #authormsardor #उपन्यास #SELFHELP #MOTIVATION #HOWTOBEALWAYSHAPPY #हमेशाखुशकैसेरहें #emotionalquotient #emotionalintelligence #EQ #GETRIDOFATTACHMENT #lovequote #quotes #shortstories #story #philosophy #whatislife #livelife #lifeisshort #msardornovel #peacefullife #DeathIsReality #APassionateIndianLoveStory #FunnyQuotes #ChangeIsConstant #LifeIsTemporary #APackofStoriesInTheOldSack-I #apositos-I #jokes #shayari #लवशायरीहिंदी #WeAreCompleteInOurselves #हमअपनेआपमेंपूर्णहैं @authormsardor @emotionalquotient @blissfullife @HOWTOBEALWAYSHAPPY @हमेशाखुशकैसेरहें @TOBECOMESUCCESSFUL @selflove

ILMAORMAA
SE08 EP156 Yaada Dhuunfaa Jaal Nagarii Fayyisaa Wojjin - Kutaa 15ffaa fi Turtii Maayyii

ILMAORMAA

Play Episode Listen Later May 27, 2024 82:18


Kurfii tana keessatti qabxiilee tokko-tokkoratti yaada woljijjiirrachuu sagantaa dabree keessatti eegalle xumurra. Kurfii xumuraa tanatti marti keessanu dhihaadhaa!! --- Send in a voice message: https://podcasters.spotify.com/pod/show/ilmaormaa/message

jaal
ILMAORMAA
SE08 EP155 Yaada Dhuunfaa, Jaal Nagarii Fayyisaa Wojjin - Kutaa 14ffaa

ILMAORMAA

Play Episode Listen Later May 20, 2024 87:56


Kurfii kana keessatti jaal Nagariin, - Suudaan keessatti haala tureefii taateewwan hamoo isa mudatan, - qabxilee tokko-tokkoratti huubannoota dhuunfaa nuun qooddata Dhihaadhaa! --- Send in a voice message: https://podcasters.spotify.com/pod/show/ilmaormaa/message

jaal
ILMAORMAA
SE08 EP154 Jaal Nagarii Fayyisaa: Seenaa Qabsoo Bara Mootummaa Cehumsaa (Chaartaraa) - Kutaa 13ffaa

ILMAORMAA

Play Episode Listen Later May 13, 2024 116:39


Kurfii kana keessatti, Jaal Nagariin; - Dargiin Diigamnaan warri hidhaa keessatt hafan bahuusaani - Hidhaa bahanii caasaa ABO magaaloota keessatti deebisanii diriirsuuf carraaqqii taasisan - Mootummaan Cehumsaa Ijaaramuu - Miseensoonni ABO muuyxanno adda addaa bifa afur horatan wolitti deebi'uusaani - Qabsoo bifa hedduu qabu bara "Chaartaraa" keessatti gaggeeffameefi waan baayyee kan biraarraa nuun qooddata. Dhihaadhaa!! --- Send in a voice message: https://podcasters.spotify.com/pod/show/ilmaormaa/message

ILMAORMAA
SE08 EP153 Jaal Nagarii Fayyisaa:"Eessaa Kaanee Asgeenye?" Hidhaafi Ajeechaa - Kutaa 12ffaa

ILMAORMAA

Play Episode Listen Later May 6, 2024 143:42


Jaal Nagariin kurfii kana jalatti: - mootummaan DARGU jaallan irratti duula banu - jaallan mijateef dirreefi kaan ammo gama biyya ollaatti achi taakkuusaani - jaallan bakka adda addaarratti bobbahiin turanfii kan lafa jalaan qabsaawaa turan qabamani hidhaatti guuramu - jaallan qaqqaalli hedduun wareegamuu fii seenaa bara sanaa ballinaan irraa dubbata. Dhihaadhaa! --- Send in a voice message: https://podcasters.spotify.com/pod/show/ilmaormaa/message

jaal
ILMAORMAA
SE08 EP152 Jaal Nagarii Fayyisaa: " Eessaa Kaanee As-geenye?" Seena Dargiin ICHAT (ABO) Iraattti Duule Banteefi Waan Qabsaawoota Mudate Kutaa 11ffaa

ILMAORMAA

Play Episode Listen Later Apr 29, 2024 117:31


Kurfii 11ffaa tana gubbaatti Jaal Nagariin seenaa qabsaawoonni ICHAT dahattuun sossohaa turan mootummaan DERGU irratti bobbaa gaggeessiteefii qunnamtiin jaallan jidduu kan magalaa fi dirree adda cite nuun qooddata. Dabalats tattaaffi jaallan hafan quunnamtii deebisanii diriirsuuf godhaa turan irraahis ball'innaan dubbata. Dhihaadhaa! --- Send in a voice message: https://podcasters.spotify.com/pod/show/ilmaormaa/message

ILMAORMAA
SE08 EP151 Jaal Nagarii Fayyisaa:"Eessaa Kaanee Asgeenye?" Qabsoo ABO fi ICHAT jalatti-Kutaa 10ffaa

ILMAORMAA

Play Episode Listen Later Apr 22, 2024 134:33


Kurfii kana jalatti Jaal Nagariin seenaa qabsaawoota dirqama adda-addaa itti laatame fudhachuun jaarmayaa ICHAT fii ABO jalatti qabsoof bobbahanirraa dubbata. Dhihaadhaa! --- Send in a voice message: https://podcasters.spotify.com/pod/show/ilmaormaa/message

ILMAORMAA
SE08 EP149 Jaal Nagarii Fayyisaa: " Eessaa Kaanee As-geenye?" Gumaacha Dhaloota Sadaffaa-Kutaa 8ffaa

ILMAORMAA

Play Episode Listen Later Apr 16, 2024 133:56


Gumaacha dhaloota 3ffaa qabsoo bilisummaa Oromiyaaf, dhallootni sadeen qabsoo bilisummaa gubbaatti bakka tokkotti dachahuusaanii, ijaaramuu ABO fi kkf irraa Jaal Nagariin ball'inaan dubbata. Dhihaadhaa! --- Send in a voice message: https://podcasters.spotify.com/pod/show/ilmaormaa/message

abo jaal
ILMAORMAA
SE08 EP148 Jaal Nagarii Fayyisaa: " Eessaa Kaanee Asgeenye?" Sochii barattoota Oromo -Kutaa7ffaa

ILMAORMAA

Play Episode Listen Later Apr 8, 2024 144:02


Jaal Nagarii fayyisaan gaaffii, "Eessaa kaanee, asgeenye?" ga'ffageenyaan deebi itti laatu kurfii kana keessattis itti fufa. Qooda barattoota Oromoo, baruulee garagaraa maxxanfamaa turaniif sochii bifa hedduun deddeema turan bakka tokkotti kurfeessurratti tattaaffii godhaman ball'inaan irraa dubbata. Dhihaadhaa! --- Send in a voice message: https://podcasters.spotify.com/pod/show/ilmaormaa/message

oromo jaal
ILMAORMAA
SE08 EP147 Jaal Nagarii: "Eessaa kaanee, as-geenye?" - Qooda Dhaloota Sadaffaa - Kutaa 6ffaa

ILMAORMAA

Play Episode Listen Later Apr 1, 2024 70:21


Jaal Nagariin seenaa kutaa 5ffaa jalatti eegale itti fufuun kurfii tana gubbaatti ammoo qooda dhalootni sadaffaa fii sochii barattootni Oromoo 1970moota keessatti qabsoo bilisummaa Oromiyaaf gaggeessaa turan irraa ball'inaan dubbata. Dhihaadhaa! --- Send in a voice message: https://podcasters.spotify.com/pod/show/ilmaormaa/message

jaal
ILMAORMAA
SE08 EP146 Jaal Nagarii: "Eessaa kaanee, asgeenye?" Qooda Dhaloota Tokkoffaafi Lammaffaa -Kutaa 5ffaa

ILMAORMAA

Play Episode Listen Later Mar 26, 2024 66:48


Qophii kana keessatti Jaal Nagariin gumaacha dhalootni tokkoffaa fii lammafaa qabsoo bilisummaa Oromiyaaf gumaachan gad-fageenyaan irraa dubbata. Dhihaadhaa! --- Send in a voice message: https://podcasters.spotify.com/pod/show/ilmaormaa/message

jaal
ILMAORMAA
SE08 EP145 Jaal Nagarii Fayyisaa : " Eessaa Kaanee Asgeenye?" Gumaacha Dhaloota Hangafaa - Kutaa 4ffaa

ILMAORMAA

Play Episode Listen Later Mar 22, 2024 58:44


Jaal Nagariin gaaffii, "Eessaa kaanee asgeenye?" tartiibaan ibsuu itti fufa. Qophii tana gubbaatti dhaloota hangafaa keessaa Oromootni babbeekamoon qabsoo bilisummaaf(dhalachuu ABOf) qoodasaan gumaachan baill'inaan irraa dubbata. Dhihaadhaa! --- Send in a voice message: https://podcasters.spotify.com/pod/show/ilmaormaa/message

jaal
ILMAORMAA
SE08 EP144 Jaal Nagarii Fayyisaa, "Eessaa Kaanee Asgeenye?" Qooda Dhaloota Sadii - Kutaa 3ffaa

ILMAORMAA

Play Episode Listen Later Mar 18, 2024 62:21


Qophii kana keessatti jaal Nagariin gaaffii, "eessaa kaanee, asgeenye?" gahiinsaan deebisuuf qabsaawoota bilisummaa Oromiyaa dhaloota sadiitti adda ramaduun, tokko tokkoon qoodasaan dhalachu Adda Bilisummaa Oromoof(jaarmayaa) gumaachan irraa dubbatu eegala. Dhihaadhaa! --- Send in a voice message: https://podcasters.spotify.com/pod/show/ilmaormaa/message

jaal
ILMAORMAA
SE08 EP131 Jaal AbbaaBiyyaa Wajjin Seenaa Qabsoo ABOn Gaggeeffame-Kutaa Maayyii

ILMAORMAA

Play Episode Listen Later Dec 31, 2023 73:01


Kurfii maayyii tana gubbaatti Jaal AbbaaBiyyaan jaallan hogganoota ABO dirree Bahaafi dirree Kibba Bahaa Oromiyaa qabsoorraatti wareegaman nu yaadachiisu. Dhihaadhaa! --- Send in a voice message: https://podcasters.spotify.com/pod/show/ilmaormaa/message

abo jaal abon
ILMAORMAA
SE08 EP130 Jaal AbbaaBiyyaa Waliin Seenaa Qabsoo ABOn Hogganamaa ture -Kutaa 6ffaa

ILMAORMAA

Play Episode Listen Later Dec 25, 2023 46:18


Qophii 6ffaa kana keessaatti Jaal Abbaabiyyaan taateewwan woltajjii siyaasaa Oromiyaa gubbaatti as-kaluu keessatti mul'atan irraatti yaada isaani nuun qooddatu. Dhihaadhaa! --- Send in a voice message: https://podcasters.spotify.com/pod/show/ilmaormaa/message

ture jaal abon
ILMAORMAA
SE08EP129. Jaal AbbaaBiyyaa Waliin Seenaa Qabsoo Bilisummaa Oromiyaa Kan ABOn Hogganamaa Ture-Kutaa 5ffaa

ILMAORMAA

Play Episode Listen Later Dec 17, 2023 45:54


Kurfii tana gubbaat, Jaal AbbaaBiyyaan erga ABOn Eritraat waajjira banateen booda dhibdee dhalateefi taateewwan mul'atan irraa dubbatan. Dhihaadhaa! --- Send in a voice message: https://podcasters.spotify.com/pod/show/ilmaormaa/message

ture jaal abon
ILMAORMAA
SE08EP128 Jaal AbbaaBiyyaa Wajjin Seenaa Qabsoo Bilisummaa Oromiyaa ABOn Gaggeefame-Kutaa 4ffaa

ILMAORMAA

Play Episode Listen Later Dec 11, 2023 82:34


Kurfii tana gubbaat, Jaal AbbaaBiyyaan Seenaa qabsaawoonni dirree bahaa fi dirree kibba bahaa Oromiyaa keessa turan erga mootummaa cehuumsaa lakkisanii bahani booda waan isaan mudate nuuf qooddachu kurfii 3ffaa keessat eegala itti fufan. Dhihaadhaa! --- Send in a voice message: https://podcasters.spotify.com/pod/show/ilmaormaa/message

jaal abon
ILMAORMAA
SE08EP127 Jaal Abbaabiyyaa Roobaa Wojjin-kutaa 3ffaa

ILMAORMAA

Play Episode Listen Later Dec 2, 2023 53:59


Kurfii kana gubbaatti: Bara mootummaa cehumsaa keessatti jaallan dirree bahaat hafan maal irratti bobbahani turan?Maaltusaan mudate? Uummata, waraanaafi miseensoota haarayaa jidduu hariiroon maal fakkaata ture? Yaroo gabaabdu keessatti, miseensootafi humna waraana haaraa hedduminaan ofitti ida'uun dhiibbaa akkam jiraa fideefi taateewwaan hedduu kabiroo jaal AbbaaBiyyaan ballinaan nuun qooddatan. Dhihaadhaa! --- Send in a voice message: https://podcasters.spotify.com/pod/show/ilmaormaa/message

bara jaal
ILMAORMAA
SE08 EP126. Jaal AbbaaBiyyaa Roobaa Wojjin Seenaa Qabsoo Bilisummaa Oromiyaa kan ABOn Hogganamaa Ture- Kutaa 2ffaa

ILMAORMAA

Play Episode Listen Later Nov 24, 2023 78:20


Kurfii tana gubbaatti, mari Jaal AbbaaBiyyaa waliin kutaa 1ffaa(125) jalatti eegalle itti fufna. Erga hogganoota jidduu dhibeen argameen duubatti, jaallan hafan tarkaanfi akkam jiraa fudhachuun dhaaba dandamachiisani qabsoo itti fufuu dandahanii fii gaaffilee kana fakkaatanuuf deebiiraa arganna. Dhihaadhaa --- Send in a voice message: https://podcasters.spotify.com/pod/show/ilmaormaa/message

ture jaal abon
ILMAORMAA
S08 EP125 Jaal AbbaaBiyyaa Roobaa Wojjin Seenaa Qabsoo Bilisummaa Oromiyaa kan ABOn Gaggeefame - Kutaa 1ffaa

ILMAORMAA

Play Episode Listen Later Nov 17, 2023 63:36


Jaal AbbaaBiyyaa Roobaa, qaama hoggana olaanaa Adda Bilisummaa Oromiyaafi qabsaawaa gameessa wajjin marii seenaa qabsoo bilisummaa Oromiyaa kan ABON hogganamaa turerraa kurfii tanaan eegaluun ballinaan irraa baranna. Dhihaadhaa! --- Send in a voice message: https://podcasters.spotify.com/pod/show/ilmaormaa/message

jaal abon
Karan ki Khaufnaak Kahaaniyaan || Hindi Horror
S01E05 - BHAVISHYA KA JAAL

Karan ki Khaufnaak Kahaaniyaan || Hindi Horror

Play Episode Listen Later Oct 29, 2022 61:00


Insaan humesha apna bhagya jaanane ki koshish karta hai, use badalne ki koshish karta hai, par aisa kabhi hota nahi hai na? Suniye is baar- do kahaaniyaan. ________________ "Ye aurat, Michael Margin. Tumhein isse hoshiyar rehna chahiye." Story 1 : "The Prophetess" by u/TheRealDrMargin https://www.reddit.com/r/nosleep/comments/25z7jd/dr_margins_guide_to_new_monsters_the_prophetess/ ________________ “Isse apne daahine haath mein upar ki or karke pakdo aur zor se apni manokaamna maango,” sergeant-major bola, “magar main tumhe iske nateeje ki chetawani deta hoon.” Story 2: "The Monkey's Paw" by W.W. Jacobs https://americanliterature.com/author/w-w-jacobs/short-story/the-monkeys-paw ________________ Original Logo art by Rizky - https://www.instagram.com/step_one_studio/?hl=en Original story illustrations by: Rahul - https://www.instagram.com/snuffa_luffa_gus/ Music production and background score by Sid Ramalingam - https://www.youtube.com/channel/UCfBYKKIokA3yzb5DGbL8m8w https://www.instagram.com/sidramling/ Mix by: Somnath - https://www.instagram.com/sagunteddy1/?hl=en Video editing by Srinath Ramalingam https://www.youtube.com/channel/UCVpOp6n09SvIe5wnnZRzGzQ https://www.instagram.com/srinath_n_r/ Voices: Nishta Jeeva Translation: Apoorv Neha Pallavi __________________ Channel links: Spotify - https://open.spotify.com/show/2JCtbkgPg8Vs0zvUhUyYNk Apple - https://podcasts.apple.com/us/podcast/karan-ki-khaufnaak-kahaaniyaan/id1636781196 Youtube - https://www.youtube.com/channel/UC2ltvbhTCqFfd6f5xzPMRWg __________________ 00:00 - Intro 01:15 - Commentary 04:20 - Story 1 : Bhavishyavakta 25:25 - Commentary 2 26:49 - Story 2 : The Monkey's Paw 57:54 - Further listening and Credits #podcast #horrorstories #nishtajeeva #dishtibomma #nishta #jeeva #englishhorror #horrorpodcast #horrorpodcaster #lovecraft #hplovecraft #horrorgaming #rakshasa #rakshasi #creepypasta #nosleep #johncarpenter #hindi #hindihorror #hindihorrorstory #ghoststories #hindighoststories #paranormal #creepy #supernatural #bollywood #redditstories #psychological #ritual #demon #demonslayer #exorcism #exorcist #chilling #dark #bhoot #pisacha #occult #occultist #horrorstory #synthwave #80shorror #india #indianhorror #tumbbad #stephenking #ariaster #junjiito #satoshikon #midsommar #corpsehusband #khoonimonday #aavirbhaav #telugu #hyderabad #dubstep #dubstepmusic #trapmetal #heavy #progressive #progressivemetalcore #monkeyspaw #cosmichorror

Reignite
Episode #4.24 - Flesh & Blood - Martyr Me, I Dare You w/ Wren

Reignite

Play Episode Listen Later Sep 1, 2022 46:50


It's time for the final loyalty mission with our favorite Angaran soft boi, Jaal! This time we've brought his biggest fan along for the ride— game guide writer Wren. Three of Jaal's siblings have joined the Roekaar which motivates him to finally take the fight to Akksul with Ryder and co at his back. It's time to put an end to the Roekaar once and for all. Special thanks to David Boyle for our amazing logo and to JT Music and Andrea Storm Kaden for the song Feels Like Home, which we use as our theme music.

Budejo
#130. Arquitetando a união Ceará-Paraíba

Budejo

Play Episode Listen Later Aug 5, 2022 36:09


Nos juntamos ao pessoal do Digaí Podcast para descobrir o que o Cariri tem em comum com a Paraíba, que inclusive tem seu próprio Cariri. Além de um sotaque semelhante, descobrimos mais um bucado de similaridades que já justificam a união dos dois estados em um só, pra agilizar as coisas. ==========CRÉDITOS:- PARTICIPANTES: Luan Alencar (https://twitter.com/luan_alencar), Pedro Philippe (https://twitter.com/pedrophilippe_), Vamille Furtado (https://twitter.com/millevamille), Jaal (https://www.instagram.com/jaal92/) e Kiara (https://www.instagram.com/horadamentira/) - EDIÇÃO: Luan Alencar e Pedro Philippe - TRILHA ORIGINAL: Victor Oliveira==========APOIE O BUDEJO:Para nos ajudar a continuar produzindo conteúdos como estes, considere nos apoiar financeiramente pela ORELO, para ter acesso a recompensas exclusivas: https://orelo.cc/budejo/apoios. Você também pode nos enviar qualquer valor, junto com uma mensagem, para o PIX budejopodcast@gmail.com.

The Caged Bird Chronicles
Assimilation vs Code Switching

The Caged Bird Chronicles

Play Episode Listen Later May 13, 2022 87:44


In this episode of the Caged Bird Chronicles, join Sage, DPat, B, and Lazie as they discuss forced assimilation for minority communities, code switching, and the rise in Black Conservativism. SHOW NOTES: https://ila.onlinelibrary.wiley.com/doi/abs/10.1598/JAAL.54.2.3 https://journals.colorado.edu/index.php/cril/article/view/273 https://www.theguardian.com/us-news/2022/may/11/native-american-children-schools-abuse-burial-sites https://eji.org/news/history-racial-injustice-cultural-genocide/#:~:text=During%20the%20late%2019th%20century,children%20to%20attend%20boarding%20schools. https://www.pewresearch.org/politics/2018/03/20/1-trends-in-party-affiliation-among-demographic-groups/ --- Support this podcast: https://anchor.fm/thecagedbirdpodcast/support

Namastey India
Ecommerce ka jaal, kaise banaye maal?! | EP 575

Namastey India

Play Episode Listen Later Dec 13, 2021 12:10


Aaj k episode me baat karenge badhte eCommerce trends ki aur kaise D2C brands girte huye profits ko badha skte hai ek acchi marketing agency k sath kaam kr k.Sunte rahiye Namastey India!

The Free Oromia Podcast
Ep. 43: 430-WBO - Life of a Jaal

The Free Oromia Podcast

Play Episode Listen Later Oct 18, 2021 75:10


In today's episode, your hosts Jaal Maroo and Jaal Aangoo have the immense honor of being joined by Jaal Dr Baaroo Keno Dheressa, a medical doctor and a freedom fighter who served as a soldier in the Oromo Liberation Army. Jaal Baaroo shares his incredible life story, and gives profound insight into the reality of being active in combat with the OLA. The song played in this episode is "Reebii Loli" by Amin Hussen. Listen and let us know what you think at (+1) 430-755-0727 (voicemail or text), or reach us on our Instagram or Twitter @TeamFreeOromia. Intro/outro song credit: "Rosamo" by Yasiin Bouba, OGE_R, and Adill Jamaal.

jaal
HistoryBoiz
Haile Selassie Part 3

HistoryBoiz

Play Episode Listen Later Sep 26, 2021 132:41


Sources:Dimbleby , Jonathan. “Ethiopian Famine | Famine | Poverty | This Week | 1973.” YouTube, Thames TV, 7 May 2018, https://www.youtube.com/watch?v=ML32CeRUglU. HRW.org, Human Rights Watch. “Rebellion and Famine in the North Under Haile Selassie.” Www.hrw.org, 2013, https://www.hrw.org/reports/pdfs/e/ethiopia/ethiopia.919/c3wollo.pdf. Maroo, Jaal, and Jaal Aangoo. Free Oromia, 2021, https://www.freeoromia.org/. Pearce, Jeff. Prevail. Skyhorse Publishing, 2017. Selassie, Haile. “Haile Selassie - Speech to the United Nations General Assembly.” New York Essays, Newyorkessays.com, 3 Nov. 2017, https://newyorkessays.com/essay-online-speech-bank-haile-selassie-speech-to-the-united-nations-general-assembly/Whitman, Alden. “Haile Selassie of Ethiopia Dies at 83.” The New York Times, The New York Times, archive.nytimes.com/www.nytimes.com/learning/general/onthisday/bday/0723.html.Wrong, Michela. I Didn't Do It for You: How the World Betrayed a Small African Nation. Harper Perennial, 2006. ★ Support this podcast on Patreon ★

The Free Oromia Podcast
Ep. 2: An Ethiopian Nightmare

The Free Oromia Podcast

Play Episode Listen Later Nov 5, 2020 46:44


In episode 2, J/Aangoo, J/Hawwii, and J/Maroo discuss their recurring "Ethiopian nightmare" and their answers to the dreaded question "are you Ethiopian?" and all that this entails. So, listeners, are you Ethiopian? How would you answer this question? Give us a call or text at 430-755-0727, and make sure to subscribe and rate this podcast! Shoutout to @wbo.jabeessaa on Instagram for their definition of "Jaal." The Haacaaluu Hundeessaa songs sampled in this episode were Jirra, Oromiyaa Tiyya, & Maalan Jira. Intro/outro song credit: "Rosamo" by Yasiin Bouba, OGE_R, and Adill Jamaal

Loops Radio
Les Insoumises - Mystic Carousel & Estribo Records Episode 010 - Loops Radio

Loops Radio

Play Episode Listen Later Oct 3, 2020 60:04


Les Insoumises - Mystic Carousel & Estribo Records Episode 010 Tracklist: 01 - Adriatique- voltiger 02 - Jaal light - grass wal king 03 - Amadori - Almost there 04 - Nico Stinson - blue hour (Adana twins remix) 05 - Soul button ,monarque - Pantheo 06 - Miyagi - Ghost train 07 - Invoker - meet me at the escape pod 08 - Kellerkind - sleepless toi 09 - Kellerkind - Dreamer 10 - Soul button - Utopia (Armen Moran remix) @mysticcarouselrecords Mystic Carousel Records is electronic music record company. We are a sublabel of Proton and were founded in 2013. Mystic Carousel releases include a broad range of electronic dance music artists and genres. Its aim is to release high quality music, focused on progressive house ranging from established names to upcoming talents. @estriborecords Estribo Record es un sello de música electrónica creado en el 2017 con el apoyo de la distribuidora Proton, en el que predomina la calidad músical ante todo. Sus estilos mas destacados son el progressive, techno y deep house, aunque no descarta ningún otro.

5-10-100
Episode 11 - The music of Navketan

5-10-100

Play Episode Listen Later Sep 10, 2020 14:59


Navketan is a production house set up by brothers Chetan, Vijay & Dev Anand, in the 1950s, well known for its very distinctive urban style. The music of Navketan gave its movies a huge push ahead under the able stewardship of Music Director S D Burman and his famous partnerships with lyricists Sahir Ludhianvi, Shailendra, Majrooh and Hasrat Jaipuri. This episode attempts to give a flavour of Navketan's music. The songs included are - 1. Dukhi man mere - Funtoosh (1956) 2. Yeh Raat yeh chandni pair kahaan - Jaal(1952) 3. Na hum hamein jaano - Baat ek raat ki (1962) 4. Dil ka bhanwar kare aukar - Tere ghar ke saamne(1963) 5. Din dhal jaaye - Guide (1965)

Hindi Horror Stories
JAAL - Hindi Horror Stories

Hindi Horror Stories

Play Episode Listen Later May 27, 2020 10:37


Hello Guys, I am back with yet another episode of Hindi Horror Stories. #Horrorstory #Hindihorrorstories Please DO NOT add this audio content to the Youtube Content ID System. I have used background music which is owned by FesliyanStudios. --- Support this podcast: https://anchor.fm/the-sawant-syndrome/support

Raghav's Take
282: Terrific Reforms, But Beware of ‘BABU-JAAL’ — Bureaucratic Cobwebs

Raghav's Take

Play Episode Listen Later Dec 4, 2019 7:43


For over five years, I’ve criticised ‘state creep’ on Prime Minister Modi’s watch. This tendency hit a crescendo on 5 July 2019, when the second Modi regime’s first budget was read out in parliament. While that document was riddled with state over-reach, I will remind you only of the most egregious measure: a voluntary contribution under CSR (corporate social responsibility) was converted into a criminal liability! Mercifully, it was quickly aborted, but not before it had betrayed the underlying instinct. Inevitably, the sentiment, markets and financial indicators tanked after the Fifth July Budget. A concerned Modi tried to ‘talk up’ the economy by feting ‘wealth creators’ in his Independence Day speech, but it fell on deaf years. The markets continued to plummet. Tune in to this podcast for the full story!

Normandy FM
Episode 49 - The Milky Way Menace feat. Caitlin Galiz-Rowe and Ginny Woo

Normandy FM

Play Episode Listen Later Oct 30, 2019 79:48


It's all about Jaal this week, folks. But in actuality it's about some of Andromeda's worst story beats and the execution of such. Ginny Woo returns and Caitlin Galiz-Rowe comes onto the show for the first time to talk about how Jaal is a vehicle through which Bioware attempts to downplay some of Andromeda's worst truths. And things get rowdier than usual. Enjoy the show! Become a Normandy FM patron: http://patreon.com/normandyfm Follow us on Twitter: Normandy FM: @normandyfmshow Eric: @seamoosi Kenneth: @shepardcdr Caitlin: @cgrrrrrrrr Ginny: @ginnywoes

menace milky way bioware andromeda jaal caitlin galiz rowe
Normandy FM
Episode 42 - False Gods

Normandy FM

Play Episode Listen Later Sep 11, 2019 93:38


It's time to rescue the Moshae and come across some unsettling truths about the Kett along the way. This week we talk revelations on the Kett's motivations in the Heleus Cluster, Jaal's emotional scenes in a typically stoic series, and whether Mass Effect: Andromeda is just too open to hone in on level design like the series used to. We also close out the show by discussing Greedfall, the latest RPG from Spiders that is basically a Bioware game in a time without them. Enjoy the show! Become a Normandy FM patron: http://patreon.com/normandyfm Follow us on Twitter: Normandy FM: @normandyfmshow Eric: @seamoosi Kenneth: @shepardcdr

Carefree Parenting (Hindi)
Parenting Ke Is Jaal Se Chaukanne Rahiye

Carefree Parenting (Hindi)

Play Episode Listen Later Jul 26, 2019 15:52


Hum apne bachchon se pyaar karte hain, isliye hum unse judi hui pareshaniyon ka hal hamesha dhoondhte rehte hain. Magar - . Jab hum tarkeebon ko sunkar 'magar' kehte rehte hain, toh ye hamare liye ishara hai ki hum apni mushkil ko hal karne ke liye taiyyar nahin hain.

Lehren Bhojpuri
Khesari Lal Ki Film Jaal Ke Action Director Ne Kiya Staunt Ko Lekar Kiya Khulasa

Lehren Bhojpuri

Play Episode Listen Later Jul 12, 2019 3:27


खेसारी लाल यादव की फिल्म 'जाल ' में किस तरह का एक्शन करते हुए नजर आएँगे इस बात को लेकर फिल्म के एक्शन डायरेक्टर इक़बाल सुलेमान ने किया खुलासा .देखिये वीडियो.

film kiya lekar action director jaal
Dark Insight
Episode 360: Real Unreal Engine

Dark Insight

Play Episode Listen Later Nov 25, 2018 124:44


Kassandra is back to talk to Vader and she brought her irl unreal engine buddy, Kwesi. We talk about a lot of things that aren't video games, like how many siblings Vader has and whether or not Kassandra should every understand humid impact on fondant. We also talk about things tangential to video games like the impossible ask of owning board games and the likelihood Kassandra and Kwe will split a PSVR. Folks we almost skip news completely and we talk about a lot of Pokemon and Mass Effect. Special Guest: Kwesi.

Saregama Carvaan Classic Retro Music
Weekend Classic Radio Show | Dancing Star Special | Mausam Hai Gaane Ka | Uljhi Hai Yeh Kis Jaal Mein Tu

Saregama Carvaan Classic Retro Music

Play Episode Listen Later Oct 8, 2018 46:00


Enjoy songs like “I Am A Disco Dancer”, “Tu Mungada Mungada”, “Piya Tu Ab To Aaja” and more from the life of Dancing Star with RJ Ruchi. Uljhi Hai Yeh Kis Jaal Mein Tu(Humko Aajkal Hai Intezaar) Didi Tera Devar Deewana Bachna Ae Hasinon Lo Main Aa Gaya Dard-E-Dil Dard-E-Jigar Piya Tu Ab To Aaja Tu Mungada Mungada I Am A Disco Dancer Mausam Hai Gaane Ka Chandni O Meri Chandni Chudiyan Khanak Gayeen

Saregama Carvaan Classic Retro Music
Weekend Classic Radio Show | Saroj Khan Special | Uljhi Hai Yeh Kis Jaal | Tu Mere Samne | RJ Ruchi

Saregama Carvaan Classic Retro Music

Play Episode Listen Later Jul 13, 2018 48:53


Enjoy songs like “Jaadu Teri Nazar”, “Mere Hathon Men Nau Nau Churiyan”, “Tu Mere Samne” and more from the life of the Saroj Khan with RJ Ruchi

AFTER-WORDS -  My Audio Book
Moh Maya ka Jaal

AFTER-WORDS - My Audio Book

Play Episode Listen Later Mar 13, 2018 4:00


Please join for next episode

jaal
Story Players - a video game podcast from The DMZ
Story Players #012 – Mass Effect Andromeda – Episode 9

Story Players - a video game podcast from The DMZ

Play Episode Listen Later Nov 3, 2017 56:25


The Story Players have completed Mass Effect Andromeda. They cover the final mission, romance with Jaal, and of course, their overall thoughts of the game. The post Story Players #012 – Mass Effect Andromeda – Episode 9 appeared first on The Digital Media Zone.

Story Players - a video game podcast from The DMZ
Story Players #011 – Mass Effect Andromeda – Episode 8

Story Players - a video game podcast from The DMZ

Play Episode Listen Later Oct 27, 2017 52:10


On the penultimate episode in the Mass Effect Andromeda series, the Story Players battle through The Journey to Meridian. They also complete Jaal's loyalty mission: Flesh and Blood. The post Story Players #011 – Mass Effect Andromeda – Episode 8 appeared first on The Digital Media Zone.

Josh and a Lady
#35 Josh and a Lady: Lisa Brooke

Josh and a Lady

Play Episode Listen Later Apr 18, 2017 99:39


Jensen After a couple weeks off for vacay and Easter, JAAL is back Y’aal. Links for you: Arthur Crying will make you feel better Stand on an escalator Left lane hogs Tire hotel Florida Man outdoes himself Donald Trump crazy …

Bollywood is For Lovers
31: Dev Anand’s Bombay Noir with Neale Barnholden

Bollywood is For Lovers

Play Episode Listen Later Nov 29, 2016 83:42


To celebrate the end of #Noirvember, we welcome fellow Edmonton cinephile and podcaster Neale Barnholden to discuss two classic Bollywood films noir starring Dev Anand. Show Notes: Thank you Ryan Currie! Neale on Twitter (https://twitter.com/nealpolitan), Witch, Please (http://ohwitchplease.ca), and Plot Device (https://soundcloud.com/plotdevice) Matt and Erin want all films to feature singing and dancing dogs The Pacific Cinematheque (http://www.thecinematheque.ca) Film Noir (https://en.wikipedia.org/wiki/Film_noir) #Noirvember (https://twitter.com/hashtag/noirvember) Dev Anand (https://en.wikipedia.org/wiki/Dev_Anand) Shah Shahid’s piece at Indian Screen (http://indianscreen.com/spotlight-dev-anand-how-a-legend-helped-shape-the-current-bollywood-landscape/) Guru Dutt (https://en.wikipedia.org/wiki/Guru_Dutt) Erin misread her notes: Dutt directed Jaal, the film that he and Anand acted in together is Hum Ek Hain INTERVAL (“Suno Gajar Kya Gaye (https://youtu.be/MF7EhAB0um8)” from Baazi) Baazi (https://en.wikipedia.org/wiki/Baazi_(1951_film)) Deviations from Hollywood Noir conventions Venetian blinds and dutch angles (https://en.wikipedia.org/wiki/Dutch_angle) A hearty handshake and kissing in Bollywood (http://india.blogs.nytimes.com/2013/02/25/kissing-is-on-the-rise-in-india-but-not-because-of-bollywood-author-say/?_r=0) A modern and progressive woman The opening song: “Sharmaye Kahe Ghabraye Kahe (https://youtu.be/RFDkSjz-FKA)” the umbrella song: “Dekh Ke Akeli Mohe Barkha (https://youtu.be/poszw4rWMMM)” C.I.D. (https://en.wikipedia.org/wiki/C.I.D._(1956_film)) Anand as a detective vs. Anand as a gambler The femme fatale (https://en.wikipedia.org/wiki/Femme_fatale) Getting out of the city Johnny Walker (https://en.wikipedia.org/wiki/Johnny_Walker_(actor)) and his flying hat Tonal shifts and differences Bollywood cops are always corrupt Smoking in Bollywood NEXT TIME: The films of Aditya Chopra (https://en.wikipedia.org/wiki/Aditya_Chopra) Find us on iTunes (https://itunes.apple.com/ca/podcast/bollywood-is-for-lovers/id1036988030?mt=2) and Stitcher (http://www.stitcher.com/podcast/bollywood-is-for-lovers)! Follow us on Twitter (https://twitter.com/BollywoodPod)! Like us on Facebook (https://www.facebook.com/BollywoodIsForLovers/)! #filmnoir #noirvember #devanand #gurudutt #baazi #geetabali #kalpanakartik #knsingh #johnnywalker #shakila #waheedarehman

on the voddy
episode 15: break-dancing with batman

on the voddy

Play Episode Listen Later Sep 24, 2009 15:39


this episode has nothing to do with break-dancing. and only a little to do with batman. JAAL. subscribe in iTunes | www.onthevoddy.com | www.fervr.net | twitter | jesus | contact